BBIO Ogeeyii IT fi Daayr. Komi.Leenjii kenna jiru
Biiroo Bishaanii fi Inarjii Ogeeyii IT fi Daayr. Kominikeshinii Dhaabbilee Tajaajilaa Bishaanii fi Dhugaatiif Dhangala’aa Magaaloota 15 tiif Leenjii itti fayyadamaa WWW ilaalchiisee Ogeessaa Bakkamaa Oromiyaan Qabduu keessaa tokkon leenjiin Guyyaa 2ffaaf kennamee jiraa.