Getting Started: What Do You Need for a Family Weekend
Lorem ipsum dolor sit amet, consectetuer adipiscing elit, sed diam nonummy nibh euismod tincidunt ut laoreet dolore magna aliquam erat volutpat. Ut wisi enim ad minim veniam, quis nostrud exerci tation ullamcorper suscipit lobortis nisl ut aliquip ex ea commodo consequat. Duis autem vel eum iriure dolor in hendrerit in vulputate velit esse molestie consequat, …
BBIO Ogeeyii IT fi Daayr. Komi.Leenjii kenna jiru
Biiroo Bishaanii fi Inarjii Ogeeyii IT fi Daayr. Kominikeshinii Dhaabbilee Tajaajilaa Bishaanii fi Dhugaatiif Dhangala’aa Magaaloota 15 tiif Leenjii itti fayyadamaa WWW ilaalchiisee Ogeessaa Bakkamaa Oromiyaan Qabduu keessaa tokkon leenjiin Guyyaa 2ffaaf kennamee jiraa.
ODUU GAMMACHIISAA.
Sababa Mukini ibsaa jiguu irraa kan Ka’e Hanqinni Dhiheessi Bishaan Dhugaatii Magaalaa Keenyatti Uumamuun Isaa niyaadatama.Haata’u malee Tattaafii Hojjattoonni humna ibsaa fi Dhaabbanni keenya godheen Mukini jige hunduu karaa guutuu ta’een Debi’uu danda’eera. Kanaaf guyyaa har’aa irraa kaasee dhiheessiin bishaanii karaa guutuu ta’een kan dhihaatu ta’uu kabajaan isin beeksifnna.
Oduu Gammachiisaa
Biiroon Bishaan Oromiyaa Leenjii Webite Ogeessa OICT tiin Hojjattoota Dar. Koominikeeshinii fi Ogeessa ICT Hojii Tajaajiloota Keessatti Argaman Fuula Interneetaa Irratti Muldhaisuuf Maamiloonni Fageenna Irraa Akka Tajaajila Saffisaa Argataniif Leenjiin Hojjattootaaf Kennuu eegalee jiru.
Oduu Gammachisaa Jiraattota Magaala Negelle Arsii Hundaaf
Dhaabbatnii tajaajila bishaan dhugaatii fii dhangala’aa magaalaa heeban negelle siraaro bolla gadii fagoo qotee tajaajilaaf banaa godhee jiraa. pjt kanarra jiraattoonni magaalaa negelle arsii fi nannawaa ishii kuma 15000 oliif waliin gahuuf itti yaadamee hojjatamee jira. bolli bishaanii kun 209m3/s ni omiisha jeedhamee ni eegama.
Training on website
Oromia water bureau collaborating with oICT delivering training about how website post and content creation for two days. as trainee says about training the training was very important for their organization. Training was more focused on content creation and website management system. the training cavers the following content digitalization/digitation /digital transformation content creation office automation …
Leenjii Website Tajaajiloota
Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Leenjii Weebsite Irratti Guyyaa 20/3/2016 eegalee Haala Gaariin Kennaa Jira. Haaluma Kanaan Tajaajiloonni Hedduun Irratti Hirmaatuun Hubannoo Argatanii Jiru. Bu’uuruma Kanaan Dhaabbanni Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Magaalaa Asallaa Saguree Leenjii Irratti Hirmaatanii Jiru,
Leenjii website
Dhaabiileen bishaan oromiyaa Gaafa guyyaa 20/3/2016tti leenjii dandeetti itti fayyadama teknoloojii fi digitalizeshiinii guyyaa 3f turuu magaala Adaamatti ogeessaa IT obboo Abdiisaa Bancaatiin Kennamaa jiru irraatti hirmaatanii jiruun.
Shaakala Hojii Kominukeshinii
Leenjii hojii akka dhaabbatatti hojjatamaan istaandaardii isaanii eeganii gabaasuuf akkataa itti qamoolee adda addaa biraan ittiin geenneu irraatti leenjii hubaannoo Uumuu guyyaa 20/3/2016tti Obboo Abdiisaa Bancaatiin kennamee jira.
Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Leenjii Ogummaa Dijitaalessuu Marsaa Jalqabaa Kennuu Jalqabee jira.
Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Tajaajiloota Ijoo (Front line Service) gara “onlie”tti fiduudhaan hawaasni tajaajila si’ataa, qulqulluu fi haqa qabeessa ta’e akka argatu taasisuuf Sadaasa 20-22/2016 irra jalqabee Magaalaa Adaamaatti leenjii marsaa jalqabaa Mata duree “Digitalization and Effective Comunication” jedhu irratti Ogeessota ICT fi Komunikeeshiinii Dhaabbilee Tajiila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Magaalota kudha shaniitiif (15)f …