Dh/T/B/DH/Bu/ Magaala Walisoo Gooroo fi Ambo

Magaalan Walisoo Finfinnee irraa fageenya Km114 irratti kan argamtu yoo tau baayinni ummataa 234,491 (waliso 168,000) (Diilallaa 28,867), (Gururaa 9,818), (Gooroo 27,806) yoo ta’uu walisoo balinni lafa heektaara 4.14 argamti. Magaalan Walisoo Tajaajila bishaan Qulqulluu kan argate bara 1974 A.L.H
Dhaabbatichi maddawwan

  • bishaanii laga 1
  • boolla gad fagoo 9
  • kuusaa bishaanii 4
  • Diilallaa irraa burqaa motoraa 1
  • kuusaa bishaanii 1
  • boonoo bishaanii 3
  1. Gooroo boolla gadi fagoo 1 fi boolla gabaaba 2, kuusaa bishaanii 1, boonoo bishaanii 11
  2. Guraraa irraa boolla gad fagoo1 Kan qabnuu fi

walumaa galatti madda bishaanii 15 niin tajaajila kennaa jirra.

Gama maamilootan magaalaan walisoo maamiloota 18,999, Diilallaan maamila 954,
gooroon maamila 563 fi Gururaan maamila 500 kan qaban yoo tau waliigalatti maamiloota 21,016 taaniin tajaajila kennaa jirra.

 

Gosoota Tajaajila Namoota Tajaajilan Yaada

Kaayyoon dhaabatticha Hawaasa magaalaa fi naannoo isheef bishaan qulqulluu fi gahaa tae ni kenna, raabsan bishaanii madaallii qulqullina dhaabbata fayyaa addunyaa guute akka jiraatu ni taasisa. Tajaajila bishaanii waliin gahuuf saraaroota raabsa bishaanii ni diriirsa, walumagalaati hojiiwwaan bishaanii isa jalatti argaman suphuu, haaromsuu , fooyyeessuu fi kkf ni raawwata.

2 thoughts on “Dh/T/B/DH/Bu/ Magaala Walisoo Gooroo fi Ambo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *