Oduu Gammachiisaa

Biiroon Bishaan Oromiyaa Leenjii Webite Ogeessa OICT tiin Hojjattoota Dar. Koominikeeshinii fi Ogeessa ICT  Hojii   Tajaajiloota  Keessatti Argaman  Fuula Interneetaa Irratti Muldhaisuuf Maamiloonni Fageenna Irraa Akka Tajaajila Saffisaa Argataniif  Leenjiin  Hojjattootaaf Kennuu eegalee jiru.