Leenjii Website Tajaajiloota

Biiroon Bishaanii fi Inarjii  Oromiyaa Leenjii Weebsite Irratti Guyyaa 20/3/2016 eegalee Haala Gaariin Kennaa Jira. Haaluma Kanaan Tajaajiloonni Hedduun Irratti Hirmaatuun Hubannoo Argatanii Jiru.

Bu’uuruma Kanaan Dhaabbanni Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Magaalaa Asallaa Saguree Leenjii Irratti Hirmaatanii Jiru,

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *