ODUU GAMMACHIISAA.

Sababa Mukini ibsaa jiguu irraa kan Ka’e Hanqinni Dhiheessi Bishaan Dhugaatii Magaalaa Keenyatti Uumamuun Isaa niyaadatama.Haata’u malee Tattaafii Hojjattoonni humna ibsaa fi Dhaabbanni keenya godheen  Mukini jige hunduu karaa guutuu ta’een Debi’uu danda’eera. Kanaaf guyyaa har’aa irraa kaasee dhiheessiin bishaanii  karaa

guutuu ta’een kan dhihaatu ta’uu kabajaan isin beeksifnna.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *