Oduu Gammachisaa Jiraattota Magaala Negelle Arsii Hundaaf

Dhaabbatnii tajaajila bishaan dhugaatii fii dhangala’aa magaalaa heeban negelle siraaro bolla gadii fagoo qotee tajaajilaaf banaa godhee jiraa. pjt kanarra  jiraattoonni magaalaa negelle arsii fi nannawaa ishii kuma 15000 oliif waliin gahuuf itti yaadamee hojjatamee jira. bolli bishaanii kun 209m3/s ni omiisha jeedhamee ni eegama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *